Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ogeessi Fayyaa Yeroo Walitti Bu'iinsaa Maqalee Keessa Turan Maal Jedhu?


Dr. Faasikaa Amde-Selaasee
Dr. Faasikaa Amde-Selaasee

Yeroo ammaa Tigraay keessatti itti gaafatamaa yeroo kan biroo fayyaa ta'uun hojjataa kan jiran Dr. Faasikaa Amde-Selaasee duraan hospitaala rifeeraalaa kan Haaydar jedhamu keessaa hojjataa turan.

Ogeessa baqaqsanii yaaluu kan ta'an Dr. Faasikaan yeroo raayyaan ittisa biyyaa Maqalee qabachuuf yeroo jedhu haala ture ibsanii jiru.

Yeroo ammaas kan guutuummaan saamamanii duwwaatti hafanii jiru kan ittiin jedhan hospitaaloota Wuqroo fi Addigraatiif Dawaalee dhiyeessuu danda'uu isaa ibsanii magaalaalee Tigraay fi iddoo biroo dhaqqabuu akka hin dandeenye ibsan.

Dr. Faasikaa Amde-Selaasee dubbisuun kan oduu gabaasaan VOAGebree Haagos gabaasee caqasaa.

Ogeessi Fayyaa Yeroo Walitti Bu'iinsaa Maqalee Keessa Turan Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:21 0:00


XS
SM
MD
LG