WAASHINGITAN, DIISII —
Waraanni Sudaan naannoo Itiyoopiyaa waliin wal daangessu irra qubatee jiraattota naannoo irraan haleellaa dhaqqabsiisaa jira jechuun godinni Gondar waaltaa iyyatee jira.
Mootummaan federaalaa tarkaanfii akka fudhatu illee waamicha dabarsanii jiru. Naannoo isaaniitii namoonni kudhanii ol ukkaamsamanii butmuu fi bara 2008 jalqabee hidhattoonni Sudaan irraa dhufan daangaa ce’anii Itiyoophiyaa seenuu isaaniif haala isaas irra deddeebi’uun mootmmaatti beeksisaa turuu isaanii jiraattonni naannoo tuqaniiru.
Gabaasa Asteer Misgaanaaw caqasaa.
Yaadawwan Ilaali (6)
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu