Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Walaba Gad-lakkise Ammallee Harka Poolsiii Jiru


Mudde 16 bara 2013 manni murtii waliigala Oromiyaa qondaaltota siyaasaa, kan Adda Bilisummaa Oromoo obbo Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa walaba taasisuun gadi lakkisee ture.

Haa ta’u malee poliisiin ajaja mana murtii fudhachuu waandideef namoonni kun mana hidhaa Aanaa Sabbataa Hawaasitti argamu jedhan Abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baay'isaa.

Gorsaan seeraa fi abukaatoon namoota kanaa obbo Tuulii Baay'isaa akka Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanitti namootni biroo hedduun poolisiin ajaja mana murtii hojii irra oolchuu dhabuurraa akka mana hidhaa keessa jiran dubbatanii jiru.

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Walaba Gad-lakkise Ammallee Harka Poolsiii Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:21 0:00


Yaadawwan Ilaali (11)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG