Xurree ittiin seenan

Breaking News

Reeffii Aagituu Gara Biyyaa Geessamuuf  


Aaddee Aagituu Guddataa, ka dhiheenya Xaaliyaanii keessatti ajjeefamte (Suuraa: fuula Feesbuukii Aagituu irraa argame)
Aaddee Aagituu Guddataa, ka dhiheenya Xaaliyaanii keessatti ajjeefamte (Suuraa: fuula Feesbuukii Aagituu irraa argame)

Aagituu Eda'oo Guddataa, dubartii biyya Xaaliyaanitti ajjefamte, reeffa ishee gara biyyaa galchuuf maatiin qophiitti jira.

Abbaa ishee Obbo Eda’oo Guddataa ibsa VOAf kennaniin mucayyoon isaanii, Aagituun, nama cimtuu akka turtee fi hojii biyya Xaaliyaaniitti hojjetaa turte gara biyyaatti babal’isuuf akka karoorfataa turtellee dubbatan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Reeffii Aagituu Gara Biyyaa Geessamuuf
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:14 0:00


XS
SM
MD
LG