Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Hidha Laga Abbayyaa Akka Itti Fufuu Ibsamee Jira


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Itiyoophiyaa Sudaanii fi Masriin sadarkaa ministeerootaa torban dhufu Amajjii 10 bara 2021 wal arganii dubbatu.Misteeroonni bishaanii fi hojiii jallisii kan biyyoota sadeenii bakka rgamanti ta'uun ibsamee jira.

Dhimmootii ammaaan dura irratti walii galamee fi amma jiran irratti dubbachuuf akka ta'ees dubbii himaan ministeera haajaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii tuuta oduuf ibsa har'a kennaniin kana beeksiisan.

Gaafa Amajjii 4 bara 2021 gama marsariitiin ministeeronni haajaa alaa fi ministeeronni haajaaa alaa marii gaggeessanii akka turanis ibsanii jiru.

XS
SM
MD
LG