Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoonni Yunivarsitiitti Deebi'an Waa'ee Barnootaa fi Of Eegannoo Kovid 19 Maal Jedhu?


Karra Yunivarsiitii Amboo
Karra Yunivarsiitii Amboo

Barattootni Yunivarsiitii Amboo, mooraa guddichatti baratan tokko tokko, Weerara Vaayirasii Koroonaa of irraa ittisaa akkaataa itti barnoota isaaniitti milkaa’uuf karoorfatan ilaalchisee, gabaasaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Ambo jiru waliin marii gabaabaa taasisaniiru.

Waa’ee weerara Kooviid-19 ammallee barattootni Yunivarsiitii hubannoo fooyya’aa hin qabne akka jiranii fi dhibeenumti kunuu hin jiru jedhanii akka yaadan eeranii, barattoonni yunivarsitichaa fayyaa ofiif dursa kennaa, barnoota barachuun akka eegamu hubachiisan.

Barattoonni Yunivarsitiitti Deebi'an Waa'ee Barnootaa fi Of Eegannoo Kovid 19 Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:05 0:00


XS
SM
MD
LG