Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Sibhaat Naggaa fi Kanneen Biroon Qabaman: Angawaa Waraanaa


Raayyaan ittisa biyyaa kan Itiyoophiyaa Obbo Sibhaat Naggaa dabalatee hogganoonni kaanis to'annaa jala ooluu isaanii beeksisee jira.

Itti gaafatamaan qajeelfama humna bobbaasii kan raayyaa ittisa biyyaa Birgaadeer Jeneraal Tasfaayee Ayyaaleew dhaabbata oduu Itiyoophiyaaf akka ibsanti Obbo Sibhaat Naggaa lafa dhala namaaf rakkisaa ta'e fi dhokotanii turan keessaa qabaman.

Kana maleessa kannen raayyaa ittisa biyyaa ganan ittiin jedhan 6 to'annaa jala ooluus ibsanii jiru

XS
SM
MD
LG