Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaaytid Isteets Biyya mootummaa Ishee Paartiin Demokraatootaa Bulchu Taatee Jirti


Prezidaantiin 46ffaan kan Yunaaytid Isteetes Joo Baaydin aangoo eega qavatanii booda Demokraatonni gama mana mareenis ta'e seeneetaan sagalee yayyabaa ta'anii jiran.

Seeneetnii Demookraatonni itti heddumaatan waan raggaasisee tokko prezidaantiin Demookraatoota irraa ta'e mallatteesuun gaaffii hin qabu jedhamee jira.

Manni maree bakka buutoota kan Yunaaytid Isteets keessatti duraan bara bulchiinsa Traampti sagalee yayyabaa qabu turan.

Yeroo ammaa masaraan Waayit Haawuus seeneetaa fi manni maree sadeenuu harka Demookraatootaa jiran. Kanaafis prezidaant Baayden jijjirama seeraa gurguddaa gochuuf carraa qabu.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Yunaaytid Isteets Biyya mootummaa Ishee Paartiin Demokraatootaa Bulchu Taatee Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:22 0:00


XS
SM
MD
LG