Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Hayyootaa Mirga Hidhamtootaa fi Deemsa Murtii Haqa Ilaalchisee Geggeessame


Obbo Jettuu Iddoosaa fi Obbo Daani'eel Asaffa, Ogeessota Seeraa
Obbo Jettuu Iddoosaa fi Obbo Daani'eel Asaffa, Ogeessota Seeraa

Ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaa tii booda Oromiyaa keessatti namoota heduutu hidhame, sababaaleen hidhaa namoota kanaa fi ajjeechaa Haacaaluu walitti fidan maali?

Dhimma hidhamtoota kanaa ilaalchisee deemsi himannaa seeraa fi rawwiin isaa maal fakkaata? Mirga hidhamtoota fi walabummaan mana murtii hagam kabajamaa dha?

Himannaa abbaa-alangaa, murtiin abbaa-seeraa fi tarkaanfiin poolisii hangam wal simatee deema? Rakkoolee mul’ataniif falli maal tu jira?

Gaaffiilee kanneen fi ka biroo irratti hayyoota seeraa lama dubbisnee jirra. Obbo Jettuu Iddoosaa, Yunivarsitii Finfinnee irraa ti, Obbo Daani’eel Asaffaa immoo, Abbaa-alangaa duraanii, amma dhaabbata mootummaa keessaa hojjetani.

Marii kutaa sadi’iin duraa-duuba torban kana keessa dhiheessine caqasaa.

Kutaa 1ffaa: Marii Hayyootaa Mirga Hidhamtootaa fi Deemsa Murtii Haqa Ilaalchisee Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:02 0:00
Kutaa 2ffaa: Marii Hayyootaa Mirga Hidhamtootaa fi Deemsa Murtii Haqa Ilaalchisee Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:58 0:00
Kutaa 3ffaa: Marii Hayyootaa Mirga Hidhamtootaa fi Deemsa Murtii Haqa Ilaalchisee Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:03 0:00


XS
SM
MD
LG