Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komiishinni Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa Sarbamuun Mirga Namoomaa Gaambeellaa Keessatti Raaw’atame, Jedha  


Muddee 12 hanga 15tti magaalaa Gaambellaa fi godina Anyuwaa keessatti daw'annaa gaggeesseen akkaataa itti namoonni hidhamanii jiran ibsee, qabiinsa mirga dhala namaa haatattamaan fooyya'u qaba jedhus Komishinichi Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa hubachisee jira.

Mana hidhaa magaala Gaambeellaa keessatti jalqaba baatii Muddee bara 2020 irraa eegalee ijoolleen dhiiraa lama umriin isaanii 11 fi 12 tahee fi mucayyoon durbaa umriin ishee 14 tahe tokko ‘miseensota ABO Shanee ti’ shakkii jedhuun hidhamanii arguutti rifachuu isaa kan ibse Koomishinni Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa kun, yeroo daawwannaa isaa sanatti akka ijoolleen kun hatattamaan hiikamanii fi reebicha hamaa ijoollee dhiiraa lameen irratti raaw’atame, jedhu ilaalchisees akka qorannaan geggeessamee tarkaanfiin seeraa fudhatamu aangawoota gaafachuu isaa dubbatee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Komiishinni Mirga Dhala Namaa Kan Itiyoophiyaa Gaambeellaa kan Ilaaleen Ibsa Baasee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:48 0:00

XS
SM
MD
LG