Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessatti Caasaaleen Tajaajiila Eegumsa Fayyaa Waan Diigamaniif Dhukkuboonni Hammaachuu Maluu: Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa


Walitti bu'iinsa Tigraay keessaa booda caasaaleen tajaajiila eegumsa fayyaa diigamuun dhukkuboonni lubbuu namaa galaafachuun beekaman akka faca'aniif karaa kenna jechuun Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa beeksisee jira.

Tigraay Keessatti Caasaaleen Tajaajiila Eegumsa Fayyaa Waan Diigamaniif Dhukkuboonni Hammaachuu Maluu: Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:48 0:00

Tokkummaan Mootummootaa akka tilmaameetti walakkaan isaanii ijoollee kan ta'an uummanni Miliyoona 4.5 gargaarsa eeggataa jiru.

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa fi jaarmayoonni kanneen biroon Tigraay seenuuf carraan qaban hanga tokko qofa.

Kan dhiyeenya kana angawaan jaarmayaa fayyaa addunyaa kan dhiyeenya kana Tograay daw'atan akka jedhanti Hospitaalonnii fi Kliniikonni hanga tokko qofa hojjatu.

Hojjattonni tajaajiila eegumsa fayyaa manaa fi qe'e irraa godaananii jiru.Tajaajiilli akkaan barbaachisaanis addaan citeera jedhan.

XS
SM
MD
LG