Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Daa’immanii fi Maanguddoota Deggersa Hin Qabne Gargaaruutti Bobba’ee Jiru 


Dhaabbata tola-ooltummaa daa’immanii fi maanguddoota qarqaaru, Amboo
Dhaabbata tola-ooltummaa daa’immanii fi maanguddoota qarqaaru, Amboo

Dargaggoo Iyyoo’eel Kabbada magaalaa Ambootti dhaabbata tola-ooltummaa daa’immanii fi maanguddootaa hundeessuun daa’immanii fi maanguddoota deggersa hin qabne gargaaraa akka jiru dubbata.

Iyyoo’eel namoota deggersa hin qabne gargaaruuf hanga qabeenya isaa gurguruu akka gahe dubbachuun, namootni biroos waanuma qabaniin akka wal gargaaran ergaa dabarseera.

Iyyoo’eeliifi namoota dhaabbata isaa keessatti deggeramaa jiran haasofsiisnee jirra.

Dargaggoo Daa’immanii fi Maanguddoota Deggersa Hin Qabne Gargaaruutti Bobba’ee Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:25 0:00


XS
SM
MD
LG