Xurree ittiin seenan

Breaking News

Himannaalee Obbo Jawaar'faa irratti dhihaatan Keessaa meeshaa waraana seraa alaa qabachuu ka jedhu kuffisame


Himannaalee Obboo Jawaar Siraaj Mahaammad faa irratti abbaan alangaa dhiheesse keessaa meeshaa waraana seraa alaa qabachuu ka jedhu akka kufu manni murtii olaanaa Federaalaa dhadachi Lidataahar’a murteessee jira.

Himannaa Abbaan Alangaa foyyessee irratti Abukaatoleen Obbo Jawaar faa akka deebi kennaniif immoo Ammajii 19 bara 2013tti beellama qabe – manichi murtii.

Himannaalee Obbo Jawaar'faa Irratti Dhihaatan Keessaa Manni-murtii Tokko Kuffiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:08 0:00


XS
SM
MD
LG