Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baaydin Uggura Imalaa Traamp Ka'anii Turan Haqan


Prezidaantiin Amerikaa duraanii Donaald Traamp ugguura imalaa biyyoota Musliimaa fi Afrikaa irra ka'anii akka turan kan yaadatamuu yoo ta'u biyyonni Amerikaa seenuuf Viizaa akka hin argannee fi ugguura sadarkaa adda addaa of keessaa qaba ture.

Lammiwwan uggurri kun isaan ilaallatu kan Iraan, Libiyaa, Somaaliyaa, Siiriyaa, Yaman, Koriyaa Kaabaa, Naayjeriyaa, Maaynamaar, Ertiraa, Kirgiikistaan, Sudaan fi Taanzaaniyaa turan.

Prezidaant Joo Baaydin waajiira qabatanii guyyaa jalqabaatti ugguura imalaa kana haqan. Uggurichii farra godaantootaa fi baqattootaa ti jedhamee jira.

XS
SM
MD
LG