Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maallaqnii Koviid-19f Gaafatamee Hatattamaan Raggaasifamuu Qaban: Prezidaant Baaydin


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Prezidaant Baaydin yaada dhiyeessaniin Doolaara Triliyoona 1.9 kan ramadan yoo ta'u kunis haala itti talaaliin Kovid-19 ittisuu saffisaan uummata akka dhaqqabu gochuuf, manneen barnootaa banuuf, mootummoota kutaa fi naannoof maallaqa ramaduuf akkasumas namoota dhuunfaa isaanii Dolaara 1400 akka gargaarsaatti akka argatan gochuuf yaadan.

Ripaablikaanonni garuu gargaarsa gaafatame irraa gaaffii kan qaban yoo ta'u hatattamaan waliigaltee irra ga'uu isa jedhuus hin barbaadan.

XS
SM
MD
LG