Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirri Deggersa Muummicha-ministaraa fi Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Keessatti Geggeessame 


Oromiyaa magaalaalee hedduu keessatti hardha hiriirri deggersa Mummee Ministeera Abiy Ahmadii fi Partii Badhaadhinaaf waamame geeggeefamee jira.

Hiriira Magaala Adaama irratti qaamolee dinota Itiyooohiyaa ti, jedhan "ABO Shane, Abinii fi Barldaraas” jechuun balaaleffatan. Qaamonni hiriirtonni balaaleffatan kunis deebii gama isaanii kennanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hiriirri Deggersa Muummicha-ministaraa fi Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Keessatti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:30 0:00


Yaadawwan Ilaali (16)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG