Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoonni Kuma 10 Caalan Tola-ooltummaa Biyyoolessaaf Leenjisamaa Jiran, Jedha Mootummaan 


Dargaggoota Yunivarsiitii Amboo keessatti leenjii tola ooltummaa irratti hirmaatan, Amboo

Dargaggootni Kuma 10 ol tahan, tajaajila tola ooltummaa Biyyaalessaaf, Yunivarsiitiiwwan 19 keessatti leenjisamaa akka jiran Ministeerri Nageenyaa Itoophiyaa beeksise.

Ministeerichatti Daayirektarri Waliigalaa Ijaarsa Nagaa – Aadde Asmaa Radii akka jedhanitti, Sagantaan kun waliigaltee biyyaalessaa fi nagaa irratti ka qiyyaafate qofa osoon taane, dargaggoota leenjii kanarratti hirmaataniif ka Waraqaan Ragaa Biyyaalessaa kennuu fi haala hojiis miijessuuf.

Dargaggootni Yunivarsiitii Amboo keessatti Leenjii Tola ooltummaa kanatti hirmaatan hagi tokko, leenjichi akka ofii hojii barbaaddanee argannullee nu gargaaraa jira jedhan.

Dargaggoonni Kuma 10 Caalan Tola-ooltummaa Biyyoolessaaf Leenjisamaa Jiran, Jedha Mootummaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:55 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG