Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Sooshaal Dimookiraat Gamtaa Medirek Keessaa Bahe  


Faayilii - Dura ta'aa Partii Soshaal Dimokiraat Itoophiyaa, piroofeser Beyyene Pexiroos

Partiin Soshaal Dimokiraat Itoophiyaa gamtaa partiilee Madiraak keessa bahuu isaa beeksisee jira. Dura ta'aan partichaa piroofeser Beyyene Pexiroos Raadiyoo sagaalee Ameerikaaf ibsa kennaniin Partiin Soshaali Diimokiraat sababa garagarumaa ejjannoo partii kongireensii federaala oromoo waliin umameen Medirek keessa bahe jedhan.

Garagarumaa eejjannoo partichii ibserratti hoggansa KFO irraa deebii argachuf yaallee har’aaf itti hin milkoofne.

Paartiin Sooshaal Dimookiraat Gamtaa Medirek Keessaa Bahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:49 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG