Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bordiin Filannoo Biyooleessaa Paartilee Siyaasaa Waliin Marii Gaggeessee JIra


Bordiin Filannoo Niyooleessaa Paartilee Siyaasaa Waliin Marii Gaggeessee JIra

Baatii Waxabajjii bara 2021 gaggeeffamuuf kan karoorfamee filannoo guutuu biyyaaf qophii gaggeeffamaa jiru irratti mariin dubbatee kana irratti waan haaraa jiru kan ilaaleen dura teessuun bordichaa Aaddee Birtukaan Miidhaqsaa hogganoota paartileef ibsa kennanii jiru.

Paartiileen siyaasaa hangii tokko KFO dabalatee hogganoonnii fi miseensoonni keenya hidhaa keessa waan jiraniif jechuun yaaddoo qaban ibsanii jiran.

Paartii biyya bulchaa jiru Badhaadhiina dabalatee paartilee hundii haala jechuun danda'amuun marii kana irratti argamanii jiru

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG