Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Mormii Yaaballoo fi Shaashemanneetti Geggeessame


Naannoo Oromiyaa magaalaalee Yaaballo fi Shaashamanneetti hiriira mormii taasifameen namni tokko ajjefamee kanneen shantamaa ol ta'an hidhamuun himame.

Kaneen hiriira kana bahan barattoota ta'uun isaani kan himame yoo ta'u, " Qormaanni kutaa 12ffaa dafee nuuf kennamuu fi hidhamtoonni siyaasa haa hikaman" gaafilee jedhu dhiheessun isaaniis ibsamee jira.

Motummaan naannoo Oromiyaa immoo "tarkaaniffiin fidhatame madaalawaa dha" jedhee hiriira kanaan wal qabatee namni du'ee fi kaneen hidhaman jiraachuus mirkaneesse jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hiriira Mormii Yaaballoo fi Shaashemanneetti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:13 0:00


XS
SM
MD
LG