Xurree ittiin seenan

Breaking News

Soorama Bahuu Deevid Maraagaa; Prezdentii Mana Murtii Olaanaa Keeniyaa Booda Haala Qaamaolee Haqaa Keeniyaa


Deeviid Maraagaa soorama bahan
Deeviid Maraagaa soorama bahan

Waajjira Mana Murtii Olaanaa keeniyaa waggooata Shaniif ka gaggeessan Deeviid Maraagaa Soorama bahanii jiru. Ji’a darbe sababa umriin isaanii ganna 70 gaheef soorama ka bahan Maaragaan filannoo keeniyaa bara 2017 irratti murtee addaa dabarsuusaaniitiin yaadatamu.

Gaggeessummaa mana murtii olaanaa Keeniyaa ka fudhatan itti aanaa isaanii yoo ta’an, haga yoonaas ogeeyyiin seeraa 15 Maaraagaa bakka bu’uuf xalayaa galfatanii jiru.

Bob Imkaangii ogeessi seeraa fi Prezdentiin giddu gala qorannoo heeraa baha Afriikaa Maraagaan manneetii murtii biyyattiif gaarii akka hojjetan himee ammas Malaammaltumama fi dhiibbaan mootummaa manneetii murtii keeniyaaf danqa jedhe.

Galmoo Daawit dabalata qaba

Soorama Bahuu Deevid Maraagaa; Prezdentii Mana Murtii Olaanaa Keeniyaa Booda Haala Qaamaolee Haqaa Keeniyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00


XS
SM
MD
LG