Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoon Uummattoota Kibbaa fi Sidaama Raaawwachiistota Filannoof Leenjii Kennuu Jalqabe  


Hawaasaa, Sidaamaa (Suuraa faayilii)
Hawaasaa, Sidaamaa (Suuraa faayilii)

Naannoon uummattoota kibbaa fi naannoon Sidaama raaawwachiistota Filannoo guutuu Biyyaa 6ffaaf leenjii kennuu jalqabe.

Naannoon Uummattoota Kibbaa fi Sidaama Raaawwachiistota Filannoof Leenjii Kennuu Jalqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:40 0:00

Naannoolee lamaan keessaa marsaa duraatiin raawwachiistota filannoo 800 oliif leenjiin kennamaafii jiraachuu itti gaafatamaan damee boordii filannoo naannoo kibbaa obbo Firew Beqqelee har’a ibsaniiru.Yonaattan Zebdiwoos.

Leenjiin hoji raawwachiistoota filannoo fi kan itti gaafatamtoota filannoo godinaalee har’a magaalaa Hawaasaa keessatti jalqabamuu itti gaafatamaan damee boordii filannoo naannoo kibbaa obbo Firew Beqelee dubbataniiru.

XS
SM
MD
LG