Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namni Vaayirasii Koronaatiin Qabamee Fayye Waa’ee Dhukkubichaa Maal Jedha? 


Mootii Abbaltii Tufaa, Waloo fi Barreessaa
Mootii Abbaltii Tufaa, Waloo fi Barreessaa

Mootii Abbaltii Tufaa Waloo fi Barreessaadha. Kuusaa walaloo 'Dhaala' jedhu, akkasumas kuusaa Asoogawwan ykn asoosama gaggabaaboo 'Siidaa fi Asoosamoota biroo' jedhu barreessuun dubbistoota biraan gahee jira.

Mootiin Vaayirasii Koroonaatiin qabamee ka ture yoo tahu ammma fayyee gara hojii isaatti deebi'ee jira. ' Kooviid-19, dhibee diina ofiifuu hawwan waan hin taaneef, uummatni jabeessee of eeggachuu isaa itti fufuu qaba.

Namni kamiyyuu lubbuu ofiitti qoosuu hin qabu, irraa of eeggachuu qaba' jedha.

Namni Vaayirasii Koronaatiin Qabamee Fayye Waa’ee Dhukkubichaa Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:10 0:00


XS
SM
MD
LG