Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uummata Tigraay fi Matakkaliif Gargaarsa Walitti Qabuun Jalqabamee JIra


Adda addumaa gosaa fi siyaasaa sochii gargaarsa dhala namaaf godhamu irratti dhiibbaa gochuu hin qabu jechuun Artiist Taamaany Bayyanaa dubbatee jira.Uummata Tigraay fi Matakkal keessaaf gargaarsa walitti qabuuf sochii jiru kan hogganuu Taammaany Finfinnee keessatti hojii isaa jalqabee jira.

Kaayyoo guddaan sochii kanaa afuura adda addummaa cabsuu akka ta'e dubbata Taammany.Dhimma gargaarsa dhala namaa kana irrati addaan qodamnee hin dandeenyu jechuun artiistonni sochii kanaaf deggersa qaban dubbachuun isaanii ibsamee jiar.

XS
SM
MD
LG