Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oguma Qabaniin Hawaasa Ofii Gargaaruun Guddina Biyya Ofiif Gumaacha: Aadde Tigist Ejjetaa 


Aadde Tigist Ejjetaa

Aadde Tigist Ejjetaa kutaa Arizoonaa keessatti eeyama oguma manatti deessisuu fi barsiisuu ogeettii qabani.

Oguma Qabaniin Hawaasa Ofii Gargaaruun Guddina Biyya Ofiif Gumaacha: Aadde Tigist Ejjetaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:53 0:00

Arizoonaa keessaa dubartoota ennaa ulfaa balaaf saaxilamoo ta’aniif gama viidiyoo barnoota waa’ee da’umsaa kan kennuu fi tajaajila mana keessatti da’uu kan kennu dhaaba “Odaa Birth” jedhu illee hundeessaniiru.

Hanga ammaa kutaa keessa jiraatan Arizoonaa keessatti dubartoota 50 ta’an manatti deesisaniiru.

Fuula Feesbookii “Gola Aayyoo” jedhu illee banuu dhaan dubartoota Oromiyaa keessa jiran waa’ee barnoota yeroo ulfaa, da’umsaa fi kunuunsa dubartii ni barsiisu.

Gaaffilee dubartoota akkasumas dhiirota abbaa ta’uuf qophaa’an biraa dhiyaatuuf illee fuuluma Feesbuukii irratti deebii akkasumas gorsa barbaachisuus ni kennu.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG