FINFINNEE —
Manni murtii Ijibbaataa ka Federaalaa, murtee Manni Murtii waligalaa Federaalaa dhimma yaala fayyaa Obbo Jawaar Mahammad’faa irratti kenne kuffisuun, himatamtoonni Hospitaala Laand Maark deemanii akka yaalaman murteesse.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Yaadawwan Ilaali (31)
Yaada dabalataa fe'adhu