Xurree ittiin seenan

Breaking News

Golli Naga-eegumsaa Waa'ee Tigraay Bor Mari'achuuf Jira


Faayilii - Wlagahii Gola Naga-eegumsaa, Tokkummaa Mootummootaa

Golli Naga-eegumsaa ka Tokkummaa Mootummootaa, haala rakkoo gargaarsa namoomaa naannoo Tigiraay keessaa irratti mari’achuuf, Kamisa borii ka walga’u tahuu kaleessa Madda Oduu Asoosheetid Preesitti dubbatan – Dippiloomaatonni.

Walga’ichi akka geggeessamu biyya Ayerlaandiin kan gaafatame yoo tahu, Kamiisa borii gara guyyaa waaree cufataan geggeessama, jedhame.

Akka Dippiloomaatonni sun jedhanitti, walga’ii kanaa booda ibsa waloo baasuu fi dhiisuun waan mirkanaawe miti.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Golli Naga-eegumsaa Waa'ee Tigraay Bor Mari'achuuf Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:25 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG