Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaan Talaalii Dhukkuba Kooviid- 19 Argachuun Duubatti Haftee Jirti: WHO


Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa, ka Tokkummaa Mootummootaa(WHO) talaaliin KOOVID 19 gara Afrikaatti ergamu hanqina dhiheessii fi yeroon itti dhaqqabsiisuuf karoorfame boodatti harkifachuu irraa kan ka’e danqamuu isaa beeksise.

Jaarmayichi akka gabaasetti, hanga ammaatti lakkoobsi namoota vaayiressii Koronaatiin qabamanii miliyoona afurii fi kuma dhibba sadii yoo tahu kanneen keessaa kuma dhibba tokkoo fi kuma kudha afur tu lubbuu dhabe.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa

Afrikaan Talaalii Dhukkuba Kooviid- 19 Argachuun Duubatti Haftee Jirti: WHO
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:58 0:00


XS
SM
MD
LG