Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hawaasni Oromoo Waashingitan Diisii fi Naannoo Hiriira Mormii Geggeessan


Oromiyaa keessatti, bakkawwan adda addaatti ajjeechaa, hidhaa fi dhiittaalee mirga dhala-namaa humnoota mootummaa fi gargaartota isaatiin geggeessamaa jira jedhan, mootummaan Yunaayitid Isteetis akka dhiibba gochuun dhaabsisu gaafachuuf, lammiileen Hawaasa Oromoo as Waashington DC fi naannawa ishee jiraatan kaleessa waajira ministirii Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis duratti hiriira bahuudhaaan iyyannaa galfatanii jiran.

Himannaalee hiriirtonni kaasan ilaalchisee, Embaasiin Itiyoophiyaa as Waashington DC jirus deebii gama isaa kennee jira.

Namootu bakka hiriira sanaatti argamuun gabaase.

Hawaasni Oromoo Waashingitan Diisii fi Naannoo Hiriira Mormii Geggeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:15 0:00


XS
SM
MD
LG