Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kamaashii Keessatti Hidhattoonnii Aanaa Sedaalee Caalaasaa Qabachuun Himame


Naammoo bulchiinsa Beenshangul gumuz , zoonii kamaashhii keessattii hidhatoonnii eenyummaan isaanii hinbeekamne aanaa seedal keessatii haleellaa gochuudhaan haanga’ootaa mootumaa ajjeesuu isaanii komishiiniin mirgaa namoomaa itiyoophiyaa beekisiseera.

Aroon maashoo komishiinii mirga namoomaa irraa gabaasaa VOA mallaskaachoo ammahaatti akka dubbatteti hidhatoonii hinbeekamne kun anaa sedaalee caalaasaa qabatanii jiru.


Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG