Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barsiisonnii fi Hoogganoonni Yunivarsitii Jimmaa Hidhaa Jiran Yeroo Sadaffaaf Mana-murtiitti Dhihaatan   


Barsiisotnnni fi hoogganoonni Yunivarsiitii Jimmaa “Mootummaa Fonqolchuuf yaalii godhanii fi hidhattoota wajjin walitti dhufeenya qabu” shakkii jedhuun hidhaman yeroo sadaffaaf mana murtiitti dhiyaachuun isaanii himamee jira.

Abukaatoon shakkamtootaa Obbo Taayyee Damisee, “Poolisiin waan qorannoo hin xumurre jedhuun, guyyootni 10 mana murtii gaafatee kan eyyemames tahu, shakkamtootni kaleessa, Mana Murtii Olaanaa Godina Jimmaatti Ol iyyannoo dhiyyeeffachuu isaaniin, bor mana murtiitti dhiyaachuuf jiru” jedhan.

Dhimma kana irratti qaamolee mootummaa dhimmi ilaallatu adda addaa irraa deebii argachuuf yaaliin goone ammaaf hin milkoofne.

Barsiisonnii fi Hoogganoonni Yunivarsitii Jimmaa Hidhaa Jiran Yeroo Sadaffaaf Mana-murtiitti Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:01 0:00


XS
SM
MD
LG