Xurree ittiin seenan

Breaking News

Labsiin Farra Shororkeessaa Dhaabbatoota Sabaa-himaa Gabaasaa Madaalawaa Dhiheessuuf Carraaqan Hin Yakku, Jedhame


Faayilii - Namoota gaazexaa gurguraaf dhihaate laalan, Finfinnee

Labsiin Farra Shororkeessaa Itiyoophiyaa dhaabbatoota sabaa-himaa gabaasaa madaalawaa dhiheessuuf carraaqan yakkaan hin gaafachiisu, jedha Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa Itiyoophiyaa.

Dhaabbatoonni sabaa-himaas tahe gaazzexeessonni gabaasaan qindeessani tamsaasam kaayyoo gochaa shororkeessummaa deggeruu hin qabu taanaan, gabaasicha madaalawaa taasisuuf dhaabbatoota shrorkeessummaatti moggaafaman gaafatanii itti dabaluu ni danda’u, jedhan Waajira Abbaa-alangaa Walii-galaa Federaalaatti, daarekterii barnoota fi leenjii dhimma seeraa obbo Indalkachew Warquu.

Gaazzexeessonni yokaan dhaabatoonni sabaa-himaa akka murtiin haqaa jiraatu deggersa gochuu akka qabanillee dubbatan.

Labsiin Farra Shororkeessaa Gaazzexeessotaa fi Dhaabbatoota Sabaa-himaa Gabaasaa Madaalawaa Dhiheessuuf Carraaqan Hin Yakku, Jedha Abbaan Alangaa Walii-galaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:31 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG