Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaadawwan Namootaa Ajaja Hooggana Ol’aanaa Ka Prezidaant Baayiden Deggeranii fi Morman 


Magaala Amboo (Suuraa faayilii)
Magaala Amboo (Suuraa faayilii)

Jiraattotni magaalaa Amboo hagi tokko akkasumas barattootniifi barsiisotni Yunivarsiitii Amboo tokko tokko, ajajni olaanaa Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baaydan Aanga'oota Itoophiyaa irratti baasan ilaalchisee yaada kennaniin, garii murtoo sirriidha yoo jedhan, kaan ammoo murtoo sirrii miti jedhan.

Kanneen akka Ameerikaan qaamota wal dhabdee keessa jiran mariisisuun gara araaraatti fiddu gaafatan akkuma jiran, warri kaan ammooo qaamoleen biyyattii keessatti wal waraansa keessa jiran, gidduu isaaniitti nagaa buusuuf akka waliin mari'atan gaafatan.

Naakoor Malkaa tu yaada namoota kana walitti qabe.

Yaadawwan Namootaa Ajaja Hooggana Ol’aanaa Ka Prezidaant Baayiden Deggeranii fi Morman
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:52 0:00


XS
SM
MD
LG