Xurree ittiin seenan

Breaking News

Caffeen Oromiyaa Mootummaa Haaraa Gad-dhaabe  


Caffeen Oromiyaa Mootummaa Haaraa Gad-dhaabe  

Caffeen Oromiyaa yaa’ii Idilee Sanbata darbe gaggeesseen Mootummaa Naannoo Oromiyaa haarawa hundeessee jira.

Kanaanis Caffeen Prezdentii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shiimellis Abdiisaa Prezdentii naannawichaa tahuun akka itti fufan aangoo isaanii ka dheeressee, gama biraan Af-yaa’ii haaraa muudee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Caffeen Oromiyaa Mootummaa Haaraa Gad-dhaabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:00 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

XS
SM
MD
LG