Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Kibba lLixa Itiyoophiyaatti sagaleen kennamuuf deema


Naannoo Uumamtota Kibba Lixa Itiyophiyaa undeessuudhaaf qophiin sirna sagalee kennuu raawwatamuu isaa wajjirri boordii filannoo Itiyoophiyaa dameen Zoonii Kafaa VOAti himeera.

Sirna sagalee kennu sana hordofuudhaaf kan naannichatti argamu gabaasaan Voa Yoonataan Zebdiyoos, itti gaafatamaa biiroo qindeessaa filannoo zoonichaa haasofsisuudhaan akka gabaasetti, buufannii filannoo 1,636 qophaa’anii namoonnii miiliyoona 1 fi qabxii 4 flannoodhaaf galmaahaniiru.

Boordiin Filanno Itiyoophyaa mi’oottan barbaachsaa ta’an gara zoonichaa dursee kan ergee yemu ta’u, bakeewan filannoon marsaa 6ffaa hingeggeefamin hafan kafaa, Daawuroo, Shakkaa, Oomoo Lixaa, aanaa addaa Beench Shek fi kontaa keessatti Fulbaana 20/ 2014 akka taasifamu beeksisuu isaa gabaasinii Yoonaatan Zebdiyoos ibseera.

XS
SM
MD
LG