Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nagaa Kan Ilaaleen Dubbataa Jirra :Dr. Dabratsiyoon Gabra Mikaa’eel


Faayilii - Dr. Debretsion Gebremichael
Faayilii - Dr. Debretsion Gebremichael

Jiloota Yunaaytid Istees kan Awuroopaa fi Gamtaa Afrikaa waliin waa’ee nagaa dubbataa jirra kan jedhan Dr. Dabratsiyoon Gabramikaa’eel prezidaantii Amerikaa Joo Baaydiin waamicha nagaaf dhiyeessan kan simanneef uummata keenyaaf bu’aa waan qabuuf jedhan.

Sababaa deelaan lakkoobsii namoota Tigraay keessatti du’anii dabalaa adeemuu isaa ibsanii kanneen gargaarsii akka hin seennee karaa cuufan humnaan bansisuuf tarkaanfii fudhachuu qabna jedhan.

Bulchiinsa naannoo Afaarii fi Amaaraa keessatti akka jecha isaanti, humnootiin Tigraay namoota nagaa ajjeesan jechuun oduun dhaga’amu soba jechuun fudhatama dhabsiisanii qaama walaba ta’een akka qoratamuuf ni ehamna jedhan.

Deebii gama mootummaa Itiyoophiyaas dabalatee gabaasa ergame caqasaa.

Nagaa Kan Ilaaleen Dubbataa Jirra: Dr. Dabratsiyoon Gabra Mikaa’eel
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00


XS
SM
MD
LG