Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aadaa Shinoyyee fi Goobee


Aadaa Shinoyyee fi Goobee
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00

Feestivaalli aadaa Shinoyyee fi Goobee jedhamu ka guyyoota kudhaniif turu Giddu-gala aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti argamutti eegalamee jira.

Tapha Shinooyyee fi Gobbee jedhamu ka dardarrii fi shamarran yeroo Birraa tapahatan kana waltajjii dargaggoonni Afrikaa itti wal argan taasisuuf hojjetamaa jira, jedhu qindeessitoonni sagantichaa.

Feestivaalli aadaa shinooyyee fi Goobee bara kanaa walii-tumsa Biiroo aadaa fi Turiizimii Oromiyaa fi Dhaabbataa Beeksisaa Booraatiin gaggeeffamaa jira. Tsahaay Daamxoo sirnicha har’aa irratti argamuun qophii qindeessite qabdi.

XS
SM
MD
LG