Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abda Bosonaa Yunaaytid Isteets


Biyyi Ameerikaa gama Lixaa yeroo rakkoo ibidda bosonaa ooluuf wal’aansootti jirtu kanatti, aangawoonni naannoo sanaa Prezidaant Traamp fi hoogganoonni ka biroon akka dhimma jijjiirama qilleensa addunyaatti fuuleffatan gaafatanii jiran.

Balaan ibiddaa bara kanaa, ka waggoota hedduu keessaa isa ol’aanaa tahuus hubachiisan. Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis – Doonaald Traamp, har’a gara kutaa Kaalifoorniyaa, magaalaa Sakiraametnootti imaluudhaan, dhimma ibidda bosonaa kana irratti aangawoota waliin dubbatan.

Gabaasaa Misheel Kuwiin, Tujubee tu dhiheessa.

Abida Bosonaa Biyya Ameerikaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:53 0:00


XS
SM
MD
LG