Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abulraazaak Durnaah Badhaasa Noobeel Kan Hog-barruu Injifate


Barreessaa Tuuniiziyaa Abdulrazaak Durnaah, Inglaandi, Onkoloolessa 7, 2021.

Badhaasa Nobeel kan Hog- barruu bara 2021 barreessaa kan ta’e Abdulrazaak Durnaah injifatee jira.

Dhiibbaa Kolooneeffannaan geesisee fi waa’ee baqattoota galoo galaanaa keessaatti aadaa fi ardiwwanii addunyaa adda addaa walitti dhufan giddu kan ilaaleen ejjennaa hin daddaaqamnee fi hamilee cimaan waan barreessef badhaafame.

Gurnaah kan dhalate bara 1948tti yoo ta’u Tujii Hindii kan taate odoola Zaabzibaar
keessatti eega guddatee booda, dhuma bara 1960 taa, akka baqataatti Biyya Ingaalnd seene.

Kitaaboota 10 kan maxxansisee yoo ta’u, seenaa gaggabaaboo hedduu barreesse.

Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG