Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Ajjeecha Jimaata Dabreen Booda Mooyyalee Rakkoo Nageenyaa Rakkisaa Keessa jirti’ - Jiraattota


Faayilii -Mallattoo daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaa addaan baasu, Qarqara Moyyaalee

Dhuma torbee darbee kana Mooyyaletti name shan erga dhukaasaan ajjeefamee booda magaalaan rakkoo keessa jirtii jedhan jiraattonni magaalattii VOA’tti dubbatan. Jiraattonni ajjeechaan kun naannoo Seessii jedhamutti raawwatamuu himanii; warra du’e kana keessa ijoolleen dubraa fi jaarsi ganna guddoo jiraachuu himan.

Mootummaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo naannoo kana keessa socho’an ajjeechaa kanaaf qub walitti qabaa jiru; Galmoo Daawit dabalata qaba.

‘Ajjeecha Jimaata Dabreen Booda Mooyyalee Rakkoo Nageenyaa Rakkisaa Keessa jirti’ - Jiraattota
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:44 0:00



Yaada kenni

XS
SM
MD
LG