Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ameerikaa fi Vaayrasii Deltaa


Dr. Obsaa Haassan
Dr. Obsaa Haassan

Yunaaytiid Isteetes keessatti vaayrasiin bifa jijjirratee Deltaa Veeriyaant jedhamu hammaachuun ugguura duraan akka biyyaatti laaffatee ture deebi'ee akka jabaatee hojii irra ooluu dirqisiisaa jira.
Haala kana kan ilaaleen kutaa Yunaaytid Isteets kan taatee Minisootaa irraa Dr. Obsaa Haassan Jaallanneen haasoofsiiftee jirti.

Gaaffii fi Deebii Guutuu Caqasaa.

Ameerikaa fi Vaayrasii Deltaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:51 0:00


XS
SM
MD
LG