Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Iid Al Faxir Sirna Ho’aadhaan Finfinneetti Ayyaaneffame 


Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaan 1442ffaan har'a guutuu Itoophiyaatti akkaataa barsiisa amaantichatti kabaajame jira.

Istaadiyoomii magaalaa Finfinnee fi naannaawaa isaatti namoonni miliyoonaan lakkaawamaan walga’uun ayyaanicha kabajatan. Kabaaja ayyaanichaa irratti Prezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiris ergaa dabarsaniin "guyyaa har’aa hawaasni Musiliimaa jaalalaa fi tokkummaan dabarsuu qaba" jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ayyaanni Iid Al Faxir Sirna Ho’aadhaan Finfinneetti Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:30:07 0:00


XS
SM
MD
LG