Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baankiin Biyyaalessaa Keeniyaa Baankolii Gocha Malaammaltummaan Hidhata Qaban Adabe


Map highlighting African nations looking to establish or expand nuclear power capabilities.
Map highlighting African nations looking to establish or expand nuclear power capabilities.

Baankiin Biyyaalesssaa keeniyaa Baankolii gocha malaammaltummaan hidhata qabu jedhe adabuu beeksise. Qaamotiin mallaqa biyyattii adabaman kunis baankiiwwan waajjira Dhimma Tajaajila Dargaggoota Biyyaalessaa biyyattii keessaa qarshiin biyyaa seeraan ala akka hatamu taasisaniidha jedhe.

Galmoo Daawit’ dabalatasaa qindeesseera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:01:55 0:00

XS
SM
MD
LG