Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuz Keessatti Ajjeechaa Haala Sukaneessaan Raawwatame Ilaalchisuun Koiishinni Mirga Namaa Itiyoophiyaa Ibsa Baase

Koomishinni mirga namaa Itiyoophiyaa Bitootessa 2 bara 2014 akka lakkoobsa Itiyoopiyaatti, humnootiin naga eegumsa mootummaa fi namoonni hedduun bakka ilaalaa turaniitti reeffa namootaa fi namni tokko lubbuun utuu jiruu haala suukaneessaa dhaan ibiddatti darbuu isaanii viidiyooon mul’isu miidiyaa hawaasaa irratti tamsaasamuu isaa ilaalchisee, eeruu isa ga’een haalaisaa ilaalchisuun qorannaa geggeessee jira. Mootummaan Itiyoophiyaa fi TPLF illee deebii gama isaanii kennaniiru

Komiishinichi namoota ijaan argan dubbisuun akka adda baafatetti, gochi kun kan raawwatame guraandhala 24 bara 2104 tnaannoo Beenishaangul Gumuz, godina Matakkal aanaa Gubaa ganda Ayisiid kessaatti raawwatamuu isaa fi ajjeechaan murtiin alaa raawwatamuu isaa fi reeffawwanii fi nama lubbuun jiru dabalatee ibiddaan gubuun kun kan raawwatame miseensota naga eegumsa mootummaa fi namoonni ka biroon illee irratti hirmaachuu dhaan ta’uu mirkaneessee jira.

Benishaangul Gumuz Keessatti Ajjeechaa Haala Sukaneessaan Raawwatame Ilaalchisuun Koiishinni Mirga Namaa Itiyoophiyaa Ibsa Baase
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:34 0:00

XS
SM
MD
LG