Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Badhaadhinaa Gumii Isaa Jalqabee Jira 


FAAYILII - Muumucha Ministiraa Itoophiyaa, Abiyyi Ahimad
FAAYILII - Muumucha Ministiraa Itoophiyaa, Abiyyi Ahimad

Paartiin badhaadhinaa Jimaata har’a waaree booda kongreesa isaa isa jalqabaa gaggeessuu eegaluun isaa beekamee jira.Paartiin Badhaadhinaa sagantaa bordiin filannoo Biyooleessaa baasee tureen, gumii walii galaa waan hin gaggeeffatiin hafee hanga ammaatti turuu isaaf jecha seera qabeessa miti kan jedhani taajjabdonni ni jira.

Paartiin Badaadhinaa akka gama isaan sababaa duula waraanaa fi weerara dhukkuba Koovidiin kan ka’e gumii walii galaa gaggeessuu hin dandeenye jedhe.

Bordiin filannoo guutuu biyyaa paartilee hangii tokko gumii walii galaa hin gaggeessine jechuun haqaa ture kan jedhan qeeqxoonni paartiin Badhaadhinaa garu mootummaa akka hundeessuuf ehame jedhan.

XS
SM
MD
LG