Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Naannoo Somaaleef Mootummaan Ce’umsaa Hundeeffamuu qabau


Bulchiinsa naannoo Somaalee haa baraarruu jechuun waldaan baatii 4 dura Finfinnee keessatti hundeeffame tokko dhiyeenya kana Dirree Dhawaa keessatti walgahii uummataa guddaa gaggeessuu isaa dubbata.

IHADIG nama isaa ta’e bulchiinsa naannoo Somaaleef ramadaa akka ture ibsuun amma garuu uummanni bakka buutoota isaa filachuu danda’auu qaba jedha.

Hogganonni naannoo Somaalee keessa turan yakka rawwachuu isaaniif ragaan akka jiru kanaafis jecha mootummaan to’annaa jala akka oolchu gaafatan.

Hogganoonni paartii naannoo Somaalee bulchaa jiru keessatti miseensa ta’an ammaan booda muudamuu hin qaban jedhu. Yaada kana mootummaan kan hin fudhanne taanaan mormii keenya dhageesifna jedha jaarmayichi.

Bulchiinsa Naannoo Somaaleef Mootummaan Ce’umsaa Hundeeffamuu qabau
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:22 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG