Xurree ittiin seenan

Breaking News

Adaamaa Keessatti Walitti Bu’iinsii Lubbuu Galaafate Amantii Irraa Kan Maddee Miti : Jiraattoota


Waliitti bu'insa guyyaa kalessaa magaalaa adaamaatti Uummta bulchiinsa naannoo somaalee buqqa’anii yeroo ammaa naannoo Adaamaatti qubatanii jiranii fi hawaasa naanichaa jiddutti Wiixta kaleessaa walitti bu’iinsa uumameen namni tokko du'ee kanneen soddoma ta'an ammoo madaahanii jiru. Walitti bu'insa kanaan manni lammilee buqqaatotaa kan gubate ta'uun isaa ibsamee jira.

Oduu gabaasaan keenya Muktaar Jamaal lafa rakkinni itti uumameetti argamuun kan gabaasa caqasaa.

Adaamaa Keessatti Walitti Bu’iinsii Lubbuu Galaafate Amantii Irraa Kan Maddee Miti : Jiraattoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:06 0:00

XS
SM
MD
LG