Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessatti Dhuka’aan Argame Qabame Jedha Humni Ittisa Naannoo Sanaa


raya tigray
raya tigray

Aanaa Raayyaa fi zeboo keessatti kaleessa Hagaya 7 bara 2010 sa’a booda dhuka’aan tokko wal ta’iinsa dargaggootaan argamuu itti gaafatamaan waajjira sab quunnamtii uummataa obbo Haylom Redi ibsaniiru.

Kaleessa waaree booda sa’a 10 hanga 12 gidduu yeroo jirutti dargaggoonni dhuka’aa kaartoonii sadii riqicha jalaa argan.

Kg 75 kan ulfaatu dhuka’aan kun lakkoobsaan 425 ga’a.

Humni ittisa ngaa aanaa Sanaa dhukaa’n kaartoonii sana keessa jiraachuu mirkaneessee to’annaa jala ooleera jedhee jira. Kanneen dhuk’aa sana naannoo sanatti fidan to’annaa jala hin oolle jedhameera.

XS
SM
MD
LG