Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jeequmsa Shaashamanneetti Dilbata Darbe Uumame Irratti Lubbuun Namootaa Sad'ii Darbee 70 Ol Madahan


Dayreektara OMN, Jawaar Mohammed simachuudhaaf sagantaa kaleessa magaalaa Shaashemanneetti geggeessame irratti jeeqama uumameen namni wal-dhiibee namoonni sadii ka du’an yoo tahu, namoonni toorbaatamaa ol miidhamuun isaanii beekamee jira.

Achumatti nama eenyumaan isaa hin beekamne “boombii qabatee ture” jechuun haala sukaneessaadhaan lubbuun isaa akka bahu taasisamuu, bulchiinsi magaalaattii beeksisee jira. Gochaa kanas balaaleffatee jira.

Muktaar Jamaal tu gabaase.

Jeequmsa Shaashamanneetti Dilbata Darbe Uumame Irratti Lubbuun Namootaa Sad'ii Darbee 70 Ol Madahan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00

XS
SM
MD
LG