Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Malaammaltummaan Falmuun Fira Baayyeen walitti Na Buusaa Jira’ Uhuuruu Keeniyaattaa


Pirezidentiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa mootummaan isaanii hojii farra malaammaltummaarratti jalqabe akka itti fufu himani.

Pirezideenti Keeniyaattaan dubbii kaleessa dubbataniin, duulli isaan malaammaltummaa irratti jalqaban firoota baayyeen akka walitti isaan buuse tahus, biyyaaf jecha akka ittuu itti fufan himaniiru.

Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa gamoowwan seera ala ijaaraman akka jigan yoo ajajan, abbootii taayitaa hojii badaa keessaa harka qabu jedhaman torba jimaata darbe to’annoo jela oolaniiru.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

‘Malaammaltummaan Falmuun Fira Baayyeen walitti Na Buusaa Jira’ Uhuuruu Keeniyaattaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:13 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG